26
Dec
2021
የእሁድ ገበያ በከተማችን ዉጤታማ በሆነ መንገድ ቀጥሏል። ከተጀመረ ከ 9 ሳምንታት በላይ የሆነዉ የእሁድ ገበያ አምራቹንና ሸማቹን በቀጥታ በማገናኘት በከተማችን ከዚሁ ጋር በተያያዘ የኑሮ ውድነቱን ለማቃለል እንዲያግዝ ጤናማ የግብይት ስርዓት እንዲፈጠር እያስቻለ ይገኛል ። የግብርና ምርቶች በተለይም አትክልት፣ጥራጥሬና የመኸር ሰብል ምርቶች ፤ የፋብሪካ ምርቶች በተሻለ አቅርቦትና በተመጣጣኝ የገበያ ዋጋ ለሸማቾች እየቀረበ ይገኛል። በገበያ ተደራሽነትም በተለያዩ የከተማችን አካባቢዎች እየተስፋፋ 13 የደረሰ ሲሆን በቀጣይ ሳምንት 14 ኛዉን የእሁድ ገበያ የመሸጫ ማዕከል የምንከፍት ይሆናል ። የእሁድ ገበያ በታለመለት መንገድ እንዲሄድና ዉጤታማ እንዲሆን የበኩላችሁን አስተዋጽኦ ያበረከታችሁ ገበሬዎች ፣ አምራቾች ፣ የኦሮሚያ እና የአዲስአበባ የህብረት ስራ ማህበራት ፣ ደንብ አስከባሪዎች፣ አመራሮችና ባለሙያዎች የከበረ ምስጋናዬ ይድረሳችሁ ። የከተማዉ አስተዳደር በቀጣይም አምራቹ እና ሸማቹ በቀጥታ የሚገበያዩበትን ጤናማ የንግድ ስርዓት ለመፍጠር የጀመርናቸውን መሰል ተግባራት አጠናክረን የምንቀጥል ይሆናል ። Gabaan Dilbataa magaalaa keenyatti karaa bu'a qabeessa ta'een itti fufeera. Erga eegalee torbee 9 ol kan ta'e gabaan Dilbataa, bittaa fi gurgurtaa kallattiin wal qunnamsiisaa qaala'insa jireenyaa salphisuuf akka gargaaru sirna bittaa fayyaalessi akka uumamu dandeessisuutti argama. Oomishalee qonnaa keessattuu kuduraa, muduraa fi omishaawwan dheedhii, dhiyeessii omisha warshalee dhiyeessa fooyya'insa kan qabuuni fi gatii madaalawaan daldaaltotaaf dhiyeessutti argama. Gahuumsi gabaas magaalaa keenya iddoolee garagaraatti babal'achaa dhufee 13 irra kan ga'e yoo ta'u torbee dhuftu keessas giddugalli gurgurtaa Gabaa Dilbataa 14ffaan kan banamu ta'a. Gabaan Dilbataa karaa karoorfameen akka deemuu fi bu'a qabeessa akka ta'uuf shoora keessan kan baatan qonnaan bultoonni, omishtoonni, waldaaleen hojii gamtaa Oromiyaa fi Finfinnee, seera kabachiiftonni, hooggantoonni fi ogeessonni galanni koo kabajaa isin haa ga'u. Bulchiinsi magaalichaa gara fuulduraattis omishtootaa fi bittoota kallattiin karaa walirraa bitan daldaala fayyaalessa uumuu fi gochoota kana fakkaatan kan eegalle cimsinee kan itti fufnu ta'a.