"ከደጀንነት እስከ ግምባር "በጀግንነት የተፃፈው የከተማችን አርሶአደሮች ታላቅ ገድል!! ዛሬ በመዲናችን አዲስአበባ የተለያዩ ክፍለከተሞች የሚገኙ አርሶአደሮች በድል ላይ ድል እያስመዘገበ ላለ...

"ከደጀንነት እስከ ግምባር "በጀግንነት የተፃፈው የከተማችን አርሶአደሮች ታላቅ ገድል!! ዛሬ በመዲናችን አዲስአበባ የተለያዩ ክፍለከተሞች የሚገኙ አርሶአደሮች በድል ላይ ድል እያስመዘገበ ላለዉ ለጀግናው የአገር መከላከያ ሰራዊት ከ 11 ሚሊዮን ብር በላይ የሚገመት የአይነት ስጦታ ይዘው ደማቅ ድል እየተመዘገበበት ወዳለበት ወደ የግንባሩ አቅንተዋል ። አርሶአደሮቻችን ለአራተኛ ጊዜ በህልውና ዘመቻው ሰንጋና ሙክት፤ የመኸር ሰብል አንዳችም ሳይሰስቱ ለኢትዮጵያ ሁለንተናዊ ሉአላዊነት እና ክብር በየ ጦር ግምባሩ እየተዋደቀ ላለዉ ጀግናዉ የመከላከያ ሰራዊትና የፀጥታ ሀይሎች አበርክተዋል ።... የዛሬውን የ11 ነጥብ 6 ሚሊዮን ብር ድጋፍ ሳይጨምር በተለያዩ ጊዜያት ከ 70 ሚሊዮን ብር በላይ አስተዋጽኦ አበርክተዋል ። መላው የከተማችን አርሶአደሮች ለዚህ ታላቅ የደጀንነት ፤ የአገር ፍቅር መገለጫ ለሆነዉ ተግባራችሁ ያለኝ አክብሮት ትልቅ ነዉ። በተለይም የለሚ ኩራ ክፍለከተማ ወረዳ 9 ነዋሪ የሆነዉ አርሶአደር መስፍን ከበደ በግል ላበረከተዉ 10 ሰንጋ ምስጋናዬ ትልቅ ነዉ። ስንተባበር ኢትዮጵያ ታሸንፋለች!! Hirkoo ummataarra hanga adda waraanatti kan barreeffame gootummaa qonnaan bultoota magaalaa keenyaa!! Har'a magaalaa guddittii keenya Finfinnee kutaa magaalaa garagaraatti kan argaman qonnaan bultoota keenya wajjin injifannoo injifannoo irratti galmaa'aa jiru irratti gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf qarshii fi kennaa garagaraa miiliyoona 11 olitti tilmaamamu qabatanii gara adda waraanaa injifannoon ittiin galmaa'aa jiran imalaniiru. Qonnaan bultoonni keenya duula birmadummaa kana yeroo 4ffaaf sangoolee fi tumaaleessa, oomisha midhanii osoo hin qusatiin walabummaa fi kabaja Itoophiyaa waaraaf adda waraana adda addatti kanneen kufaa jiran gootota Raayyaa Ittisa Biyyaa fi qaamolee nageenyaa keenyaaf arjoomaniiru. Gargaarsa guyyaa har'aa miiliyoona 11.6 osoo hin dabalatiin yeroo garagaraatti qarshii miiliyoona 70 ol gumaacha godhaniiru. Qonnaan bultoonni magaalaa keenyaa martinuu hirkuummaa keessan guddaa kanaaf, gocha ibsituu jaalala biyyaa kan ta'e gochuu keessaniif jaalala guddaan isiniif qaba. Keessattuu qonnaan bultoota kutaa magaala Lammii Kuraa aanaa 9ffaa kan ta'e qonnaan bulaa Masfin Kabbadaa dhuunfaa isaatti Qotiyyoo 10 kan arjoomeef galanni koo guddaadha. Yeroo waltaanu Itoophiyaan ni injifatti!

Share this Post