ለ 40 ቀን በአባቱ እቅፍ ዉስጥ ሆኖ ለኢትዮጵያ የተዋጋዉን ህፃን ቢኒያም ጌታቸውን እና አሳዳጊ አክስቶቹን ዛሬ በአካል አግኝቻቸዋለሁ ። የጀግናው መቶ አለቃ ጌታቸው ሞረዳ ልጅ በእዚህ የጨ...

ለ 40 ቀን በአባቱ እቅፍ ዉስጥ ሆኖ ለኢትዮጵያ የተዋጋዉን ህፃን ቢኒያም ጌታቸውን እና አሳዳጊ አክስቶቹን ዛሬ በአካል አግኝቻቸዋለሁ ። የጀግናው መቶ አለቃ ጌታቸው ሞረዳ ልጅ በእዚህ የጨቅላነት ዕድሜው ማየት የማይገባውን አይቷል። የኢትዮጵያ ጀግኖች ልጆች ለአገራቸው ሲዋደቁ በልጅነት አይኑ፣ በህፃን አእምሮዉ ቀርፆ አስቀምጧል። ጀግና አባቱ በጀግንነት ለኢትዮጵያ ክብር ተሰዉቷል። ህፃን ቢኒያም አሁን ላይ በአእምሮው ምን እንደሚመላለስ መገመት አያዳግትም። በመሆኑም በፍጥነት ትምህርት እንዲጀምር አስፈላጊው የስነልቦና ድጋፍና ክትትል እንዲደረግለት፣ አሳዳጊዎቹም በተረጋጋ ሁኔታ ቢኒያምን እንዲያሳድጉ አስፈላጊውን ሁሉ ድጋፍ ከሌሎችም ባለድርሻ አካላት ጋር አድርገናል ። የአዲስአበባ ከተማ አስተዳደር በቀጣይም ነዋሪነታቸው አዲስአበባ የሆኑ ህይወታቸውን ለአገራቸዉ ሲሉ ለሰዉ የሰራዊቱ አባል ቤተሰቦች አስፈላጊውን ድጋፍ ለማድረግ የቅድመ ዝግጅት ተግባራትን እያከናወነ ይገኛል። ለኢትዮጵያ የወደቁ ጀግኖች ልጆችን መንከባከብ፣ "አለንላችሁ" ማለት ከሁላችንም ይጠበቃልና ይህ ተግባር ችሮታ ሳይሆን ግዴታችን በመሆኑም መሰል ተግባራት በክልሎችም እንደሚተገበሩ ተስፋ አደርጋለሁ ። ለቢኒያም አሳዳጊዎች በ2013 ዓ/ም ባጣራነዉ መሰረት በህገወጥ ተይዘው ከተገኙ የጋራ መኖሪያ ቤቶች ዉስጥ አንዱን አስረክበናቸዋል። በዚህ ሂደት ዉስጥ አስተዋጽኦ ያበረከታችሁ ልጁ ራሱን እስከሚችል አመታዊ ወጪዉን ለመሸፈን ዛሬ በተግባር የጀመሩትን አቶ ሳቢር አረጋዉንና የጂብሰን ትምህርት ቤትን ምስጋናዬ ይድረሳችሁ ። Guyyaa 40f harka abbaa isaa keessa taa'ee Itoophiyaaf lolaa kan ture mucaa Biiniyaam Getaachoo fi adaadaa isa guddisan har'a qaamaan argadheera. Mucaan gooticha ajajaan dhibbaa Getaachoo Morodaa umurii isaa kichuu kanatti arguu waan hin qabne argeera. Ijoolleen gootota Itoophiyaa yeroo isaan biyya isaaniitiif kufan, ija daa'imummaa isaaniitiin, sammuu daa'imummaa isaaniitiin waraabanii ol kaawwataniiru. Gootichi abbaan isaa kabaja Itoophiyaaf wareegameera, Mucaan kun Biiniyaam yeroo kanatti sammuu isaa keessa maaltu akka deddeebi'u tilmaamuun nama hin dhibu, kanaafuu yeroo gabaabaa keessatti barumsa akka eegaluuf qor-qalbii barbaachisaa ta'ee fi gargaarsaaf hordoffiin akka godhamuuf, guddistoonni isaa haala tasgabbaa'aan Biiniyaam akka guddisaniif gargaarsa barbaachisu hunda qaamota dhimmi ilaallatu waliin taasifneerra. Bulchiin magaalaa Finfinnee gara fuulduraattis jireenyi isaanii Finfinnee kan ta'e, lubbuu isaanii biyyaaf jedhanii kan wareegan matiiwwan miseensota waraanaaf gargaarsa barbaachisaa gochuuf qophiilee barbaachisoo hunda xumuruu irratti argama. Ijoollee goototaa Itoophiyaaf kufanii, kununsuun, siniif jirra jechuun hunda keenyarraa waan eegamuuf gocha akkasii gochuun fedhii osoo hin taane dirqama keenya ta'uu isaa beeknee gochoota wal fakkaatoo akkasii naannoleenis hojiirra akka oolchan abdiin qaba. Guddistoota Biiniyaamif bara 2013 keessa akkuma mirkaneeffannett manneen jireenya waliinii seeraan ala qabaman keessaa tokko arjoomneerra. Adeemsa kana keessatti shoora kan baatan hanga mucaan of danda'utti, baasiiwwan isaa cufuun kan har'a gochaan eegalan Obboo Saabir Argawu fi Mana barumsaa Jiibsan galanni koo isin haa ga'u.

Share this Post